Reader ready.
SIRNA HAJJII (Poster - Odia)
SIRNA HAJJII : Paanaalii fakkiiwwan afaan Arabaatiin qophaa’e, Kan kabajamoo Sheek Dr. Haysam Sarhaaniin qophaa’e, Kan inni isa keessatti wanta nama hajjii hajja'u barbaachisu hunda ifa galchu, Tarkaanfii tarkaanfiin, Haala bareedaa fi gabaabaa ta’een, Fakkii fi mallattoodhaan kaa'amee, Namni hajjii hajja'u dirqama guddaa kana akka Nabi Muhaammad Sallallaahu Alayhi Wasallam fidetti akka raawwatuuf, Innis kan jedhe : SIRNA HAJJII KEESSAN NARRAA FUDHAA.
Material files
1 / 1Social-friendly share text
ଏହା ଆପଣଙ୍କ ସହିତ ସେୟାର କରି ମୁଁ ଖୁସି:
🖼️ SIRNA HAJJII (Odia)
📝 SIRNA HAJJII : Paanaalii fakkiiwwan afaan Arabaatiin qophaa’e, Kan kabajamoo Sheek Dr. Haysam Sarhaaniin qophaa’e, Kan inni isa keessatti wanta nama hajjii hajja'u barbaachisu hunda ifa galchu, Tarkaanfii tarkaanfiin, Haala bareedaa fi gabaabaa ta’een, Fakkii fi mallattoodhaan kaa'amee, Namni hajjii hajja'u dirqama guddaa kana akka Nabi Muhaammad Sallallaahu Alayhi Wasallam fidetti akka raawwatuuf, Innis kan jedhe : SIRNA HAJJII KEESSAN NARRAA FUDHAA.
🔗 https://b.islamhouse.com/or/posters/2837053